Ertiraa fi gareen TPLF "waraana labsuuf" waliin hojjechaa jirra jechuun himannaa mootummaan Itoophiyaa irratti dhiyeesse haalaniiru.