'Waliigaltee qabaannus qabaachuu baannus, US torban lama ykn sadii keessatti Iraan gadhiisti' -Tiraamp

Wait 5 sec.

Pirezidant Doonaald Tiraamp US turban lamaa hanga turban sadii keessatti Iraan keessaa ni baati jedhe. Kun ammoo yoo mootummaan “waggootaaf” meeshaa waraanaa ijaaruu akka hin dandeenye mirkaneeffatedha jedhe.