ABOn garee lamatti qoodame abdii gaaddisa tokko jalatti deebi'uu qabaa, mariin araaraa taa'ame jiraa?

Wait 5 sec.

Hoggantootni Paartii Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) erga gara biyyatti deebi'anii adda ba'aan kan hayyuu duree obbo Daawuud Ibsaa fi garee obbo Araarsoo Biqilaa giddutti araarri taasifamuuf mari'ataa jiru, jedhame tibbana miidiyaa hawaasarratti qoodamaa ture.