Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahim Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Sadaasa 10, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahim Yaadannoo Injifannoo Adwaafi Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahim Yaadannoo Injifannoo Adwaafi Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ibsaniiru.Turtii Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Finfinneetti taasisan bu’aa qabeessa akka ta’u aadde Adaanech Abeebeen hawwii isaanii ibsaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.