Dooktar Abiy Joorjiyaa Meeloonii waliin mari’atan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii waliin mari’atan.Yaa’ii biyyoota garee 20 cinaatti marii koo isa xumuraa kan ta’e Ministira Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii waliin dhimmoota waloorratti mari’anneerra jedhan Dooktar Abiy fuula miidiiyaa hawaasummaa isaaniin.Dhimmoota ijoo naannawaa fi idil addunyaarratti mari’achuu ibsa.#Oromia #Ethiopia