Pireezidaanti Taayyeen Atsiqasillaaseen Angoolaa Luwaandaa galan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii waloo Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaa 7ffaarratti hirmaachuuf Angoolaa Luwaandaa galan.Yaa’ichi boruu eegalee guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu yoo ta’u, hoggantoonni biyyoota Afrikaa fi Awuroopaa akkasuma hoggantoonni dhaabbilee idil addunyaa irratti hirmaatu jedhamu.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.