Ambaasaaddar Laggaasaa Tulluun xaalayaa muudama isaanii Pireezidaanti Isimaa’eel Oomar Giileef dhiyeessan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Jiibuutiitti Ambaasaaddar guutuu ta’uun kan muudaman Dooktar Ambaasaaddar Laggaasaa Tulluun xaalayaa muudama isaanii Pireezidaantii biyyattii Isimaa’eel Oomar Giilleef dhiyeessaniiru.Dooktar Ambaasaaddar Laggasaa Tulluun turtii isaanii Jiibuutiin hariiroo biyyoota lamaanii gamhedduun jiru caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu ibsaniiru.Duudhaalee fi faayidaalee waloo biyyoota lamaanii kabachiisuuf ni hojjenna jechuu isaanii Imbaasichi Faanaa Diijitaaliif himeera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.