Biyyoota Afrikaa 10 bara 2025 humna waraanaan jajjaboo tahan; Loltuu fi baajata isaaniin yoo ilaalamu

Wait 5 sec.

Gabaasa 'Global Firepower' humna waraanaa biyyoota Afrikaa gurguddoo 10 ilaalchisee kan bara 2025 baaseen Masiriin sadarkaa tokkoffaan dursaa jirti.