Eeboo natti qiyyaafatan: Hawaasa Amaazoon keessatti adda ofbaase waliin bosona qooddatanii jiraachuu

Wait 5 sec.

Toomaas Anez Doos yeroo sagalee shokoksa faana miila namaa dhagahu peruviyaan Amaazoon keessatti hojii qulqullinaa hojjetaa ture.