Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Aniwaar Abraahiim daawwanna hojiif Itiyoophiyaa dhufan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Aniwaar Abraahiim daawwannaa hojii guyyoota sadiif har’a Finfinnee galaniiru.Kana hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baga nagaan gara bakka argama namaa Itiyoophiyaa dhufan jedhan Ministira Muummee Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Aniwaar Abraahiimiin.Daawwannichi hariiroo fi tumsi biyyoota lamaanii guddachaa dhufuu agarsiiftuudha jedhan.Daawwannaa yeroo murteessatti taasifamu ta’uu kaasan.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.