Afaaritti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegale

Wait 5 sec.

Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC)- Naannoo Afaaritti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegaleera.Sagantaa eegalchiisa giddugalicharratti Pireezidaantii Naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaa, Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Caaltuu Saanii fi Komishinarri Komishinii Siviil Sarviisii Itiyoophiyaa Dooktar Makuriyaa Hayilee argamaniiru.Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hawaasni filannoo diijitaalaan tajaajila bakka tokkotti akka argatu taasisa.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.