'Odaa Nageellee Arsii' kan jedhamaninvastaraa fi qonnaan bulaan Obbo Baaboo Galgoo eenyu?

Wait 5 sec.

Odaa Nageellee Arsii kan jedhaman Obbo Baaboo Galgoo qonna xixiqqaan hojii eegalanii yeroo ammaa hanga birrii miiliyoona 200n hojii investimantii tokko hojjechuu ga'aniiru.