Waancaa Afrikaan har’a taphni sadarkaa Ijiptii fi Naayijeeriyaa gidduutti taphatama

Wait 5 sec.

Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheesummaa Moorookoon gaggeeffamaa jiruun har’a taphni sadarkaa Ijiptii fi Naayijeeriyaa gidduutti taphatama.Sadarkaa 3ffaa argachuuf falmiin biyyoota lamaan gidduutti taasifamu ni eegama.Tapha walakkaa xumuraan Seeneegaaliin kan injifatamte Ijipti, akkasuma Moorookoon waancaa ala kan taate Naayijeeriyaan har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee waliin morkatu.Taphni xumuraa waancaa Afrikaa boru Moorookoo fi Seeneegaal gidduutti taphatama.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.