Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Jijjiirraan baraa Saba Walaayittaa ‘Yooyyoo Gifaataan’ sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.‘Yooyyoo Gifaataan’ Saba Walaayittaa biratti barri moofaan darbee bara haaraatti jijjiramuu kan ittiin ibsu Ayyaana galataati.Kabaja Ayyaanicharratti Pirezidaantii Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Xilaahuun Kabbadaa, Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Ministirri Wamaamaa Olaanaan Mootummaa Dooktar Tasfaayee Baljigee dabalatee hoggantonni olaanoo federaalaa fi Naannichaa biroon argamaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.