Hidha Haaroomsaa Pirojektii Itiyoophiyaanonni waloon milkeessan…

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) _ Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa pirojektii Itiyoophiyaanonni waloon milkeessaniidha jedhan Pirezidaantii Itti aantuun Naannoo Hararii Aadde Roozaa Umar.Naannoo Harariitti eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun sosochiin Ispoortii gaggeeffameera.Aadde Roozaan hidhichi akka dhugoomuuf ummanni naannichaa gahee olaanaa bahateera jedhan.Milkaa’inni Hidha Haaromsaan argame dameelee biroof kaka’umsa kan umuu ta’uu dubbachuu isaanii TOI gabaaseera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.