Maaduukeen baatiiwwan lamaaf dirree irraa ni fagaata

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa Arseenaal Noonii Maaduukeen sababa miidhaan baatiiwwan lamaaf dirree irraa akka fagaatu dhagahameera.Taphatichi tapha Piriimer liigii Ingiliz torbee 5ffaan dilbata darbe Arseenaal fi Maanchister Siitii gidduutti taphatameen jilba isaarra miidhaan gahuu ‘The Athletic’ gabaaseera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.