'Bulguu sibila uffate': Meeshaa waraanaa Israa'el jiraattoota Gaazaa ittiin shororkeessaa jirtu

Wait 5 sec.

Jiraataan Magaalaa Gaazaa kan ta'e Alaam Al-Guul ''roobootii dhoksaa'' jechuun ture waa'ee balaa haleellaa boomnii dhiheenya keessa Israa'el Gaazaa keessatti raawwataa jirtuu kana kan ibse.