Daandiin Qilleensichaa leenjitoota balallii damee garaagaraan leenjisaa ture eebbisiise

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa leenjitoota balallii damee garaagaraan leenjisaa ture kuma 1 fi 103 guyyaa har’aa eebbisiiseera.Eebbifamtoota kanneen keessaas 41 balaliistota, 343 ogeeyyii suphaa xiyyaaraa, 524 keessummeessitoota balallii yoo ta’an 195 ammoo tikeetiifi dameewwan biroon leenji’uun eerameera.Leenjitoonni kunneen Itiyoophiyaa fi biyyoota garaagaraa 16 irraa kan walitti babba’anidha.Sammahaanyi Nigaatuutu Gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.