Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen qondaalota waraanaa muudan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 10, 2018(FMC)- Dhiyeessummaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Fulbaana 10, 2018 irraa eegaluun qondaalota waraanaa muudaniiru.Haaluma Kanaan:-Sadarkaa Jeneraalummaa፦1 Letenaal Jeneraal Alam’isheet Daggifee2 Letenaal Jeneraal Dastaa Abbichee3 Letenaal Jeneraal Yimar Mokonnin4 Letenaal Jeneraal Dirribaa MokonninSadarkaa Letenaal Jeneraalaan፦1 Meejer Jeneraal Kaffiyaalaw Amdee Tasammaa2 Meejer Jeneraal Kinduu Gazzuu TaganyiSadarkaa Mejer Jeneraalaan፦1 Birgaader Jeneraal Taaddasaa Amaloo Si’eessaa2 Birgaader Jeneraal Bultii Taaddasaa Kitilaa3 Birgaader Jeneraal Hayiluu Indaashaaw Atoomsaa4 Birgaader Jeneraal Waanyaw Alamee Ayyaalaw5 Birgaader Jeneraal Nagaraa Leellisaa Mul’ataa6 Birgaader Jeneraal Tasfaayee Raggaasaa Amantee7 Birgaader Jeneraal Darajjee Magarsaa Istaa8 Birgaader Jeneraal Gabramadiin Damawaaz9 Birgaadeer Jeneraal Yaasin Muhaammad Siisaay10 Birgaader Jeneraal Zawduu Sax’aargee Dammaqaa11 Birgaader Jeneraal Milkeessaa Raggaasaa Ittafaa12 Birgaader Jeneraal Mallas Mangistee Niraay13 Birgaader Jeneraal Tashoomaa Anaagaaw Ayyalaa14 Birgaader Jeneraal Amaaree Baahitaa Barihee15 Birgaader Jeneraal Ababaawu Sa’id Yimar16 Birgaader Jeneraal Dastaa Tamasgee Arraagaaw17 Birgaader Jeneraal Kamaal EebbisooSadarkaa Birgaader Jeneraalaan ፦1 Koloneel Girmaa Fayyee Kabbadaa2 Koloneel Dammaqaa Mangistuu Tsiduu3 Koloneel Tamasgeen Asmaamaaw Asnaaqee4 Koloneel Saxxanyi Likkiisaa Niikaa5 Koloneel Geetinnat Adaanee Kaasaa6 Koloneel Yohaannis Mokonnin Ejjetaa7 Koloneel Abbaabuu Tashoomaa Laggasaa8 Koloneel Mokonnin Mangistee Tabajjee9 Koloneel Asaffaa Dabalee Nagawoo10 Koloneel Alamuu Qixxaataa Warataa11 Koloneel Mulaaw Bayyanaa Amanuu12 Koloneel Dajanee Tsaggaayee Tashaalee13 Koloneel Chombee Warquu Irreessoo14 Koloneel Abaatee Asaffaa Kaasee15 Koloneel Tashoomaa Baacaa Goshuu16 Koloneel Addisuu Tirfeessaa Bayyanaa17 Koloneel Yohaannis Tikkeessaa Ayyaansaa18 Koloneel Daanyaachaw Ayyaaleew Ingidaa19 Koloneel Fiqaaduu Taaddasaa Saxxanyi20 Koloneel Asnaaqaa Ayitanaw Mangistee21 Koloneel Yashiixilaa Tasfaayee Dammaqaa22 Koloneel Malkaamuu Toomaa Bayyanaa23 Koloneel Fayyisaa Ayyalaa Gabrayas24 Koloneel Jamaal Kadir Badhaasaa25 Koloneel Charinnat Mangashaa Gabree26 Koloneel Azzanee Shimallis Taaddasaa27 Koloneel Xilaahun Dhugaasaa Geetuu28 Koloneel Nigusee Lawuxee Mangistuu29 Koloneel Gannat Yimaam Taaddasaa30 Koloneel Xilaahun Damissee Yirsaaw31 Koloneel Mahaammad Ahimad Mahaammad32 Koloneel Masfin Bayyanaa Haayilee33 Koloneel Biruuk Sayifuu Sarbaatoo34 Koloneel Masarat Geetaachooo Yassuunahi35 Koloneel Huseen Mahaammad Ahimad36 Koloneel Girmaa Ayyalaa Gurmuu37 Koloneel Xaahir Saalee Alii38 Koloneel Bojaa Aagaa Badhaanee39 Koloneel Akaaluu Kaasaa Bokee40 Koloneel Addisuu Badiruu Mahaammad41 Koloneel Biraaraa Abbabaa Takluu42 Koloneel Rashiid Ibraahim Aliyyii43 Koloneel Damissee Anteenee Dammallaash