Dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Iyyoobeel Tsaggaayee 2ffaa bahuun xumure

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Iyyoobeel Tsaggaayeen 2ffaa bahuun xumureera.Iyyoobeel dorgomichaan 2ffaa bahuun Birrii miiliyoona 1 badhaafameera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.