Pheexroos Maasrashaa dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot injifate

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Pheexroos Maasrashaa dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot injifateera.Dorgommicha 1ffaa bahuun kan injifate Pheexroos Birrii miiliyoona 1 fi kuma 500 badhaafameera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.