Tartiibni gulantaa waraana Itoophiyaa maal fakkaata, attamiin kennamu?

Wait 5 sec.

Ministirri Mummee Abiy Ahimad Fulbaana 20, 2025 qondaalota raayyaa ittisa biyyaa 66'f gulantaa waraanaa olaanaan akka kennamu taasisaniiru. Guddinni gulantaa akkamiin kennama?