Poolisin tiiktookaroota dabalataa afur miidiyaa hawaasummaa fayyaadamuun safuu, duudhaafi kabaja ogummaa dhowwan jedhe to'achuu beeksise.