Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC) – Dorgommii Olompikii dargaggoota Afrikaa 4ffaan Itiyoophiyaan dorgommii Biskileettiin waliigalaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaan xumurte.Dorgommii Olompikii Dargaggoota Afrikaa 4ffaa Angoolaa Magaalaa Luwaandaatti gaggeeffameen meedaaliyaa warqee 2, Meetii 2 fi Nahaasii 1 argachuun dorgommii Biskileettiin injifannoon xumurte.Mubaarak Faantaaw#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.