Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) –Mariin ummataa “Labsiiwwan Gubaa Injifannoowwan Mootummaa Ida’amuu” jedhuun Magaalootaa fi Godinaalee Oromiyaatti garaagaraatti gaggeeffameera.Waltajjiin marii uummataa kun kutaalee hawaasaa bulchiinsa magaalotaa fi aanaalee hirmaachiseera.Haaluma kanaan Godina Boorana Bahaa fi Magaalaa Nageellee, Godina Baalee Magaalaa Roobee, Magaalaa Aggaaroo, Godina Iluu Abbaa Boorifi Magaalaa Mattuu, Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo fi Kutaa Magaalaa Eekkaa Xaafootti gaggeeffameera.Yaadaa fi Gaaffilee hirmaattonni kaasaniif hoggantoonni sadarkaan jiran ibsaa fi deebii laataniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.