Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen morkiin Angoolaa fi Zimbaabewee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame.Taphni ha’a Waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphatame kun galchii 1 qixa xumurameera.Tapha marsaa jalqabaan Zimbaabeween Ijiptiin, Algoolaan ammoo Afrikaa Kibbaan injifatamuun kan yaadatamuudha.Daqiiqaawwan muraasa booda morkiin Ijipti Afrikaa Kibbaa waliin taasiiftu ni eegama.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.