Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC) –Ameerikaafi Itiyoophiyaan waliigaltee deeggarsaa Doolaara biiliyoona 1 fi miiliyoona 400 fi kuma 600 fi kuma 60 mallatteessaniiru.Mootummaan Ameerikaa tumsa damee fayyaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara biiliyoona 1.01 ifoomseera.Deeggarsi kun tumsa misoooma waaraa waggoota shanii damee fayyaafi invastimantii waloo cimsuuf kan oolu.Waliigalticha Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee, Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaafi Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Maasiingaan mallatteessaniiru.Deeggarsi kun tumsa Itiyoophiyaafi Ameerikaa keessatti isa seena qabeessa ta’uun ibsameera.Ashannaafii Shibbiruutu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.