Galmi Diijitaal Itiyoophiyaa 2025 karaa guutuun milkaa’e – Dooktar Abiy Ahimad

Wait 5 sec.

Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Diijitaal Itiyoophiyaa 2030 eegalchiisaniiru.Galmi Diijitaal Itiyoophiyaa 2025 karaa guutuun milkaa’eeera, har’a ammoo Diijitaal Itiyoophiyaa 2030 eegalchiifneerra jedhan Dooktar Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.Walgahiinsa babal’isuu, lammiileef qixa carraa uumuu, akkasuma dhaabbilee fi lammiilee gidduutti wal amantaa jiru guddisuun tarsiimoo ijoo fi bu’uuraa ta’uu eeran.Kaayyoon kun akka milkaa’uu bu’uuraalee misoomaa Diijitaalarratti hojii guddaa hojjechuun barbaachisaa akka ta’e hubachiisan.Teeknooloojiin Diijitaalaa kun kan namarratti xiyyeeffate ta’ee, jireenya lammiilee jijjiiruuf gahee olaanaa qabaachuu himan.ira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimaad