Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:-

Wait 5 sec.

Namoota 121’f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne.Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru.Kan dhibicharraa dandamates hin jiru.Waliigalaan hanga ammaatti namoota kuma 2 fi 385’f qorannoon laabraatoorii taasifamee namoota 14 irratti dhibichi argameera.Kanneen keessaa namoonni 9 lubbuun darbaniiru.Namoonni 5 dhibicharraa yoo dandamatan, namni yaalarratti argamus hin jiru.#Oromia#EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.