Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz 18ffaan Arsenaal Biraayitaniin goolii 2 fi 1 injifateera.Arsenaal goolii Maartiin Oodeegaard fi Ruutar ofirratti galcheen Biraayitaniin goolii 2fi 1 injifateera.Deegoo Goomeez ammoo Biraayitaniif goolii injifatamuurraa isa hin oolchine 1 galcheera.Taphoota biroon Liivarpuul Woolvisiin goolii, 2 fi 1, Bireentifoord Boornimaawuziin goolii 4 fi 1, Fuulhaam Weestihaamiin goolii 1 fi 0 yoo injifatan Barniileey fi Eevartan goolii malee qixa bahaniiru.Taphni Cheelsiifi Astonvilaan galgala kana sa’aatii 2:30 irraa eegalee taphatan ni eegama.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.