Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC)- Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabireelii duudhaalee amantichaa garaagaraan kabajamaa jira.Ayyaanichi bakka hordoftoonni amantichaa argamanitti kara duudhaa amantaa isaa eeggateen kabajamaa jiraachuun ibsameera.Ayyaanicha kabajuuf hordoftoonni Amantichaa biyyoota Addunyaa garaagaraa fi kutaalee biyyattii keessaa bakkichatti argamuun eerameera.Ayyaanni waggaa qulqulluu Gabri’eel hordoftoota Mana Amantaa Ortodoksiitti Muddee 19 haala ho’aa ta’een ni kabajama.Tasfaayee Hayiluutu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.