Mootiin Jimma waggoota 58'f, Bulchan Abbaa Jifaar Abbaa Gomol hoggansa dinagdee guddaa qabanii fi biyyoota alaa waliinuu qunnamtii daldalaa fi dippilomaasii qabaataa turan akka ta'antu himama.