"Jireenya kee balleessuudhaaf qullaa kee fi waan hundan qaba".Ergaan nama naasisu akkasii kun karaa miidiyaa hawaasaa ol adeemaa US Evaan Bootiler bira gahe. Kan erge ammoo kan duraan dubara ol adeemtuu akka taatetti amanamtu garuu hattuu saayibarii ta'erraati.