Qonna Itoophiyaa kan irra caalaa isaa xaa'oon ammayyaatiin malee oomisha hin kenniin fi fedhiin qannaan bulaa xaa'oodhaaf qabu yeroo dabalaa dhufe kanatti waliigalteen dhiheenya Daangootee waliin taasifame deebii ta'aa laata?