Finfinnee, Fulbaana 25. 2018(FMC) – Sirni irreeffannaa Irreecha Malkaa Harsadee eebba Abbootii Malkaa fi Abbootii Gadaan eegalamuunAbbootiin Gadaa fi abbootiin Malkaa eebbaan Malkaa erga saaqanii booda hirmaattonni haala ho’aa ta’een irreeffachuun kabajaniiru.Irreechi baranaa mata duree “Irreechi Olkaa’iinsa Biyyaaf” jedhuun kabajamaa jira.#Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf; Teelegiraama t.me/afanoromofana Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.