Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FMC) – Mootummaan Itiyoophiyaa Diinagdee biyyattii dhiibbaa idaa jalaa baasuun guddina diinagdee waareessuurratti argama jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Astiqasillaaseen.Sirni baniinsa bara hojii 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa fi bara hojii 5ffaa Mana Maree Federeeshinii geggeeffamaa jira.Pireezidaanti Taayyeen raawwii hojii bara 2017 fi karoora mootummaa Federaalaa bara 2018 dhiyeessaa jiru.Mootummaan Diinagdee biyyattii dhiibbaa idaa jalaa baasuun guddina diinagdee waareessuurratti argama jedhan.Mootummaan bara 2017 baankii biyyaalessaarraa liqaa kallattii tokkooyyuu hin liqeeffanne jechuun ibsan.Carraan karra galaanaa argachuu bal’achaa dhufuu dubbatan.Lammiileen Itiyoophiyaa biyyoota garaagaraa keessa jiraataan misoomaa Itiyoophiyaarratti akka hirmaataan tattaaffii olaanaa taasiifamuu ibsan.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.