Senetiin US aangoo Pirezidant Tiraamp waraana labsuuf qabu yoo deggeran, Iraan ammoo misaa'eloota hedduu gara Israa'elitti dhukaasuu ibsiteetti. Haleellaa misaa'elaa Iraan kanaan miidhaan qaqqabe ammatti hin ibsamne. Israa'el gamasheen haleellaa haaraa Tehraan irratti eegaluu ibsiteetti.