Dirre Dhawaan morkataa isaa yoo injifatu, Adaamaan qixa bahe

Wait 5 sec.

Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC)- Taphoota CBE Pirimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaan har’a taphatameen Dirre Dhawaan morkataa isaa yoo injifatu, Adaamaan Hadiyyaa Hoosaanaa waliin qixa bahe.Tapha waaree booda Sa’aatii 10:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti Hadiyyaa Hoosaanaa fi Magaalaa Adaamaa gidduutti taphatame galchii 1 qixa xumurameera.Sa’aatuma walfakkaatuutti Tapha Istaadiyeemii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti taphatameen Magaalaan Dirre Dhawaa galchii 2 fi 1’n Maqalee 70 Indartaa injiifateera.#Oromia #Ethiopia