Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC)- Ayyaanni Iid Al Faxir waggaa 1447ffaan Magaalaa Bishooftuutti bifa ho’aa ta’een kabajameera.Ayyaanichi karaa duudhaa amantichaa eeggateen kan kabajame yoo ta’u, Abbootiin amantaafi hoggansi magaalaa eergaa dabarsaniiru.#Oromia #Ethiopia