Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC)- Ayyaanni Iid Al Faxir waggaan kumni 1fi 447ffaan karaa duudhaa amatichaan eegeen magaalaa Finfinneetti kabajameera jedhan Kantiibaan Magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen.Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Solaatni Iid Al Faxir waggaa kuma 1fi 447ffaan magaalaa Finfinneetti karaa duudhaa amantichaa eegeen kabajameera jedhan.Kantiibaa Adaanech qaamolee milkaa’ina sagantichaaf gahee isaanii bahatan hunda galateeffataniiru.#Oromia #Ethiopia