Pirezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud balaa Godina Gaamootti mudateen gaddi itti dhagahamuu ibsan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC)- Pirezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud balaa sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamootti mudateen lubbuu lammiilee darbee fi miidhamaniin gaddi itti dhagahamuu ibsaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.