Mootummaan Kuweet balaa sigiga lafaa Godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuun isaanii darbeef gadda itti dhagahame ibse

Wait 5 sec.

Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC) – Mootummaan Kuweet balaa sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuun isaanii darbeef gadda itti dhagahame ibseera.Ministeerri Dhimma Alaa Kuweet ibsa gaddaa dabarseen maatii lammiilee lubbuun isaanii darbeefi miidhamaniif gadda itti dhagahame ibsuun, lammiileen miidhaman ariitiin akka dandamatan hawweera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.