Buufanni Xiyyaaraa Dubaay yaaaddoo misaa'ela Iraaniin cufame yoo bvanamu, imbaasiin US Iraaq dirooniin haleelame

Wait 5 sec.

Imbaasii US magaalaa guddoo Iraaq keessa jirurratti dirooniiwwaniifi rookkeettiiwan kan dhukaafaman yoo ta'u, haleellaan Iraan kun erga waraanni kun jalqabee "haleellaa isa jabaa" akka ta'e ibsameera.