Pirezidantiin Ameerikaa Donaald Tiraamp Iraaniif akeekkachiisa haaraa kennan. Sa'aatii 48 keessatti Ulaa Hormuuz yoo hin banne buufata nikulara biyyattii 'daaraa botoroon' godha jechuun dubbatan.