Gondor Kibbaatti haleellaa hidhattoonni Faannoo raawwataniin aanga'oonni ajjeefamuu bulchiinsi godinichaa beeksise

Wait 5 sec.

Hidhattoonni Faannoo naannoo Amaaraa, godina Gondor Kibbaa jalatti "aanga'oota mootummaa fi caasaa nageenyaarratti" haleella araawwataniin aanga'oonni lakkoofsi isaanii hin beekamiin bulchiinsi godinichaa beeksise.