Hordoftoonni Amantaa Isilaamaa hundi baga ayyaana Iid Al-Faxir 1447ffaan nagaan isin ga’e. Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin ayyaanichi kan nagaa, kan jaalalaa fi kan gammachuu akka isiniif ta’u hawwa. Ayyaana Gaarii!!! Faanaa Miidiyaa Korpooreshin. #Oromia #Ethiopia