Arsenaal, Maadriidii fi PSG’n nuusa xumuraaf darban

Wait 5 sec.

Finfinnee, Bitootessa 8, 2018 (FMC) –Tapha deebii mo’anii darbuu Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Arsenaal, Maadriidii fi PSG’n nuusa xumuraaf darbaniiru.Arsenaal har’a galchii 2 fi 0’n Leeverkuusan yoo injifatu, dhaqaa gala galchii 3 fi 1’n injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbeera.Riyaal Maadriid dhaqaa gala galchii 5 fi 1’n Maanchiister Siitii, PSG’n galchii 8 fi 2’n Cheelsii injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbaniiru.Akkasuma Ispoortiing Liizban marsaa jalqabaan galchii 3 fi 0’n Boodoo Gilimtiin injifatamus har’a galchii 5 fi 0’n injifachuun tapha nuusa xumuraf darbeera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.