Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) – Ayyaanni Iid Al-Faxir waggaa 1447ffaan Naannoo Harariitti kabajamaa jira.Ayyaannichi hordoftoota amantii Musliimaa biratti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira.Ayyaannichi Solaataa Iidi fi sirnoota amantichaa garaagaraan kabajamaa jira.Tashoomaa Hayiluutu gabaase.#Oromia #Ethiopia