Gaaffii Tiraamp hordofee Neetanyahuun buufataalee boba'aa Iraan haleeluu dhiisuuf waliigale. Iraan ammoo haleellaa buufata boba'aa Qaataar irratti raawwatteen kisaaraa guddaa geessifteetti.