Gaazexaa Bariisaa Gaazexaan Bariisaa fuula Iyyaafannoo kanaan namoota yeroo ta’e tokko biyyaafi ummataaf hojii guddaafi seenaan hin daganne raawwatan barbaadee dubbistootasaatiif dhiyeessa. Maxxansa kanaan hayyuu guddina Afaan Oromoo keessatti keessumaa waaltina afaanichaatiif bu’uura guddaa buusan, koree waaltina Afaan Oromoo hundeessuufi waggoota dheeraaf dura taa’ummaan tajaajilaa turaniifi ammaan tana sooramarra jiran waliin turtii gabaabaa taasise. innis […]